Ezekiel 1:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini waan suni afraani tae ilaalu, waan aka miila gaari afuri, ka lafa tuqa, ka waan afraani kaani ch'ufa d'aatu jira, arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ani uumama arfan sanniin laalu waan arfan akka korbo'oo ka gubba'aa gad bu'anii uumama jiraataa arfan sanniin bira ka wol ladda taa'an arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dadi lubbuu qaddu arfan san yennaa ilaale, korboo afur tokko tokkoo isaaniituu biratti lafa irratti dhagge.