Ezekiel 1:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Girangira miila suni ch'ufa marse, ilati iti ejaanja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qacceen miila akka korbo'oo guddisee gudda'aa fi ka nama sodaachisu; gamaa gamanni qaccee miila akka korbo'oo maruu ija baay'ee qaban ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Irgi korboota tanaa dhedheerota sodaachisanu; korbooti sun arfanuu naannoo irga ifii irraa ila qaban.