Ezekiel 1:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti sunini garuma feetu yaati miililleeni woma isiini taatu taha, wonti akanatiifi irreeni miila suni waan suni iraa baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa uumamni sunniin gara hafuurri isaan masakke maraa bararan miilli akka miila korbo'oo sunniinillee wolumaan bararan; wonti kun ta'eef waan ayyaanni uumama sanniinii miila akka miila korbo'oo arfan keessallee jiruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garuma ayyaanni Waaqaa ideemu dadi lubbuu qabanu sunille deeman; Ayyaanummaan dada lubbuu qabanuu keessa jiru sun korboota san keessalle waan jiruuf, korbooti sunille isaanuma woliin ka'anee deeman.