Ezekiel 1:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi yo wonti sunini yaate, yokhaani ejate, yokhaani olbarifte, miililleeni akasuma taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri uumama sanniinii waan miila akka miila korbo'oo sanniin keessallee jiruuf hennaa uumamni sunniin socho'an wolumaan socho'an; yoo isaan dhaabatan wolumaan dhaabatan; hennaa lafa irraa ol fudhataman isaanillee wolumaan ol fudhataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Waaqaa sun dada lubbuu qabanuu fi korboota san waan qajeelchuuf, dadi lubbuu qabanu sun yennaa ideemanu korbooti sunille isaanuma woliin deeman; yennaa isaan dhaabbatanulle isaanuma woliin dhaabbatan; yennaa isaan lafa irraa ol ka'anulle wolumaan ol ka'an.