Ezekiel 1:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mata waan afraani suni gubbaa waan aka gasare manaa ka d'akha ch'ululuqaani mid'aasaniti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mataa uumama jiraataa sanniinii oliititti hulee mishaa dhagaa gatii gudda'aa ka calalaquun hojjatame fakkaatutu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mataa dada lubbuu qabanu sanii gubbaa wonni akka dhakaa roobaa calalaqee ila sodaachisu ta gubbaa gombobbittii fakkaattutti diriireeraayyu.