Ezekiel 1:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti sunini barimnaani qonqooni koola isii shawesa d'awa galaanatifi dibbeesa duula guddatifi qonqo Waaqa gudda nati fakaate. Wonti sunini barifte teteete jennaani koola dachaafate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa bararan ka koolli isaanii wol dhayu arge; laagaan isaa laagaa galaanaatii fi laagaa loltoota hedduu akkasuma laagaa Rabbii waan maraa danda'uu fakkaata; hennaa bararuu dhiisan koola ufii cabsatan; hennaa san isaaniin gubba'atti laaga'atu dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan koolaan ka'anu, shookkessi koola isaanii akka shookkettii galaana gudda'aa, akka shookkettii qoonqoo Waaqa Waan Mara Dande'uu yookiin akka hogaa gumii loltootaa fakkaattu dhage'e; isaan yennaa koolaan ka'iisa lakkisanu, koola ifii gad qabatan.