Ezekiel 1:25 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo waan aka gasare ka mata isii ira jira kaani qonqumati keesaa d'ufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa koolaan ka'iisa lakkisanee koola ifii gad qabatanelle gubbaa gombobbittii san gubba'aa qoonqoon dhage'ante.