Ezekiel 1:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti sunini aka sibiila diima wod'aka ibida keesa tau bilit'i. Ammalle wonti nama fakaata sunini
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mudhi'ii olitti sibiila ibidda keessa seenee diimate fakkaatuu fi mudhi'ii gaditti waan ibidda fakkaatu arge; ifa falaqqisutu naannaya isaa marseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee hidha isaa fakkaatu san irraa jalqabee irii ol waan akka sibiila ibidda keessatti finiinee fakkaatu, addee hidha isaa fakkaattu san irraa jalqabee irii gad waan ibidda fakkaatu ka ifi calalaqu cinaa isaa mara jiru tokko dhagge.