Ezekiel 1:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Artiti, lafa Babiloni keesa, ka anini d'aatu galaana Kedari jiru, anini qonqo AABBO Waaqa d'agaye jabeenna isaa argad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Kalaadaawotaa laga Keebaarii biratti dubbiin Rabbii gara kiyya ana gadicha gara Hisqeelii ilma Buuzii dhufe; hunni Rabbii na irra jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Baabilonii laga Kebaarii biratti jechi Mootii Waan Maraa gara kiyya gara ana Hizqi'elii hayyicha ilma Buzii dhufe; achitti irreen Mootii Waan Maraa na irra jirtiiyyu.