Ezekiel 1:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini oli millad'e, dumansa bokaya gudda mirgaa d'ufu arge. Dumansa suni keesa angaasuuni bibilit'e, lafti ch'ufti guyyaate. Fulla angaasuuni suni baatefi waan toko ka aka sibiila diima bibiliqati jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ol jedhee laalu bubbeen jabaan hennaa gara kaabaatii dhufu arge; duumessa guddaa keessaan falaqqisa bakakka'aatitu mudhata; naannaya sanitti samiin hin diimate; hulee bakakkaan itti bu'utti waan akka sibiila Diima'aa tokkotu ife.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ol ilaalee, bubbeen bokkeyaa gara kaabaatiin dhuttuun dhagge; duumensa ciggaa keessaa balaqqeettiin balaqqittee, adaala duumensaa san ifi guddaan ifee, addee balaqqeettiin balaqqitetti wonni takka akka sageettu'uu calalaxxe.