Ezekiel 1:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba jiddu dumansa bokaya suni keesa anini waan lubbu qaba, afuri, ka nama fakaata, arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bubbee jabaa san keessa uumama lubbuu qabu ka akka namaa afur age.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wodhakkaa bubbee bokkeyaa sanitti dada lubbuu qaddu, ta nama fakkaattu afur dhagge;