Ezekiel 10:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan gasare manaa fakaata, ka mata waan koola ka lubbu qabaati gubbaa jiru laale, waan suni gubbaa barch'uma d'akha bule ch'uluqaani mid'aasani arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hulee mataa Kiruubeeli'ii samii gubba'atti teessoo ulfinnaa ka dhagaa gatii gudda'aa ka Saampeer jedhamuun hojjatame arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gubbaa gombobbittii mataa dada ol-gubba'aa ta koola qabanuun gubbaa jirtu ol ilaalee, mataa dada ol-gubba'aa ta koola qabanu gubba'aan wonni barcumaa mootumma'aa fakkaatu ka dooqa, «Safiiros» jedhamu irraa hujame tokko mudhate.