Ezekiel 10:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti sunini afraanu fuula afuri qabdi. Ka qara fuula korma looni, ka lameeso fuula namaa, ka sadeeso fuula nyeench'aa, ka afreeso fuula risaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiruubiin maruu fuula afur afur qaban; Kiruubiin jalqabaa fuula sanga'aa fakkaata; ka lammeesso'oo fuula namaa fakkaata; ka sadeesso'oo fuula leencaa fakkaata; ka arfeesso'oo fuula bajjaa fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dadi ol-gubba'aa ka koola qabanu sun tokko tokkoon isaanii fuula afur qaban; ka qaraa fuula kormaa, ka lammeesso'oo fuula namaa, ka sadeesso'oo fuula neenqaa, ka arfeesso'oo ammoo fuula risa'aa qabaniiyyu.