Ezekiel 10:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani ifsaani bibiliqu, ka aka AABBO Waaqi achi jiru garsiisu balbala Mana Waaqa keesaa bahe, waan koola qaba kaani gubbaa tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa ulfinni Rabbii hulee dhaaba mana woyyu'uu irraa ka'ee Kiruubeeliin irra dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ulfinni Mootii Waan Maraa gulantaa seensuma Galma Waaqaa irraa ka'ee, addee dadi lubbuu qabanu jiranuun gubbaa dhaabbate.