Ezekiel 10:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan koola qaba suni arginaani, aka wonti kunini waan Waaqa Israeli jala jira, ka anini d'aatu galaana Kebariti arge kaani, hubad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin uumama laga Keebaarii biratti Waaqa Israa'elii jalatti arge; ani akka isaan Kiruubeeliin ta'an beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dadi ol-gubba'aa ka koola qabanu kun ka ani laga Kebaarii biratti Waaqa Israa'elii jalatti dhagge san. Anille akka isaan dada ol-gubba'aa ka koola qabanu te'ane beeke.