Ezekiel 10:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti kunini ch'ufti fuula afurifi koola afurifi waan harka namaa fakaata koola ch'ufa jalaa qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu fuula afur afurii fi koola afur afur qaban; koola maraa jala waan akka harka namaa fakkaatutu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tokko tokkoon isaanii fuula afurii fi koola afur qaban; koola isaanii jala wonni harka namaa fakkaatu tokko jiraayyu