Ezekiel 10:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fuuli worraa fuuluma waan anini d'aatu galaana Kebariti arge kaani fakaata. Wonti sunini ch'ufti gamuma fuula deefatu qajeelte yaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fuulli isaanii fuula akka ani laga Keebaarii biratti argee fakkaatan; Kiruubeelonni maruu qajeelanii gara afo'oo deeman ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fuulli isaanii fuula dada ol-gubba'aa ka koola qabanu ka ani laga Kebaarii biratti dhagge woliin wol fakkaata; tokko tokkoon isaanii qajeelanee gara duraa deemane.