Ezekiel 10:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wobbeesa koola waan lubbu qaba suni Mana Waaqa alalleti ind'agayani. Wobbeesi sunini qonqo Waaqa gudda fakaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan Kiruubeel koola ufiitiin dhageessisan haga raasaa diidaatittillee hin dhagayama; laagaan sun laagaa Waaqa waan maraa danda'uu fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Huuruun koola dada ol-gubba'aa ka koola qabanuu, akka qoonqoo Waaqi Waan Mara Dande'u yennaa dubbatuu, haga badhinna dalleya keessaa ka gara alaatitti dhageessitte.