Ezekiel 10:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi namicha woya boofta keeyatu kaaniini, ibida waan miila gaari fakaata kaani jiddu fuud'i jed'eeni, jennaani namichi d'aatu miila toko eje.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hennaa namicha uffata gad diratan uffate san akka inni miila akka miila korbo'oo ka Kiruubeeliin jala jiruu ibidda fuudhu ajaje inni yoma san keessa ol seenee miila akka miila korbo'oo heddu keessaa tokko bira dhaqee dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa namicha woyaa quncee talba'aa irraa hujante uffateeru saniin, «Dada ol-gubba'aa ka koola qabanu wodhakkaa korboota oddu'uu ibidda fuudhi» jedhee yennaa ajaje, inni yoosuma gara keessaa seenee korboo san keessaa takkattii bira dhaabbate.