Ezekiel 10:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti koola qaba kaani toko harka ufi ibida jiddu miila worraa jiru kaani keesa keete ch'ile ibida fuute harka namicha woya boofta keeyatu nat'e. Jennaani namichi ch'ile taani fuud'e, kae deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiruubeelii hedduu keessaa Kiruubeeliin tokko ibidda isaan jidduu jiru keessaa harka ufii hiixatee barbadaa diqqoo hammaaree namicha uffata gad diratan uffate sanitti kenne; namichi sun barbadaa san qabatee deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dada ol-gubba'aa ka koola qabanu san keessaa tokkochi harka ifii diriirsee ibidda odduu dada ol-gubba'aa ta koola qabanu jiru san irraa diqqaa isaa hammaaree, ooboo harka namicha woyaa quncee talba'aa irraa hujante uffateeruu san keessa keye; namichille ibidda san fudhatee gad baye.