Ezekiel 10:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti koola suni ch'ufti koola ufi jala waan aka harka namaa jira qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Kiruubiin maruu koola ufii jalaa waan akka harka namaa fakkaatu qaban arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Koola dada ol-gubba'aa ka koola qabanu san jalaan wonni harka namaa fakkaatu tokko mudhate.