Ezekiel 11:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni Waaqa oli na fuute, gara balbala Mana Waaqa, ta ilaboru, na geesite. D'aatu balbala suni anini d'iira diddami shani arge; jara suni keesa Yaazania ilma Azurutifi Pelatia ilma Benaiya, ka jari lachu gosa isaniti mataa, jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri lafaa ol na kaasee gara balbala baya biiftu'uu ka mana Rabbii bira jiru bira na fide; achi balbala dallawaa biratti namoota diddamii shanii arge; isaan keessa namoonni banii bulchan Azaaniyaa ilma Azuuriitii fi Falaaxiyaa ilma Banaaya'aa fa'atu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni ol na fuudhee, gara seensuma karra Galma Mootii Waan Maraa ta gara aduun baatuu na geesse; achi seensuma karra sanii namooti diddamii shan jiran; odduu isaaniititti sooreyyii kolba'aa ilma Azurii Yaazaaniya'aa fi ilma Benaaya'aa Phelaatiyaa dhagge.