Ezekiel 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani, aka anini AABBO Waaqaa, beetani, ammalle aka gaafa isani seera gosa d'ibi jabeesitani kaani seera kiyya ch'absitani dubbi tiyya iraa gortanile beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin seeraa fi ajaja kiyya diiddanii seeraa fi ajaja banii ollaa keessan jiruu waan raawwataniif ka isinitti murteesse akka ana Rabbiin ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san isin ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan. Isin akka seera gosa biyya adda addaa ta adaala keessaniititti hujjane malee, akka seerata kiyyaatitti hin ideenne; seera kiyyalle'eef hin ajajanne› jedha» jedhe.