Ezekiel 11:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini tae dubbi tana fagu, Pelatiani lafaa d'ae ch'iche. Jennaani anini lafaani ufi d'ae iyye waan jed'e, Ee AABBO Waaqa gudda, atini nama Israeli keesati hafe ch'ufa fit'u feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani raaga dubbadhu Falaaxiyaan ilmi Banaya'aa kufee du'e; anillee kallachaan lafatti gad kufee iyya'aa, «Rabbii maraa olii! banii Israa'eliin keessatti hafe maraa fixuu barbaaddaa?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani raaga adoo dubbatiisatti jiruu, ilmi Benaaya'aa Phelaatiyaan du'e; anille fuulaan lafatti gad gombifamee, «Maalo'o, Goottaa Mootii Waan Maraa! Worra Israa'el keessatti baraaree hafe maraa ijjumaa fixu'uufii?» jedhe iyye.