Ezekiel 11:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan nani jed'e, Namicha, nami Yerusalemu keesa tau waan keetifi waan worra Israeli ka si woliini boojiani dubbate waan jed'u, worri boojiani sunini ya fagaate, tanaafi worri dandae AABBO Waaqa inkad'atu; inni lafa tana ya nuu lakise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! worri Yerusaalemiin keessa jiraatan waan fira keetii, waan worra kee ka baqateetii fi waan banii Israa'elii maraatiif hin mari'ata'aaran ‹isaan waan Rabbiin irraa fagaataniif Rabbi lafa isaanii dabarsee nuu kenneera› jedhan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Worri Yerusaalem keessa jiru, obboleeyyan teeti, firoottan keeti, kolbaa Israa'elii maraan, ‹Isaan Mootii Waan Maraa irraa fagaataneeran; latti tun qabeenna keenna akka teetu nu'uuf kennanteerti› jedhan.