Ezekiel 11:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi waan jettuuni, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u, Anini lafa isani iti firfirse keesaa isani baase lafa Israeliti isani deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan ani Rabbi isaaniin jedhu maraa isaanitti himi; ani banii isin keessa jiraattanii fi biyya isin itti bittinnooftan keessaallee wolitti isin qaba; biyya Israa'eliillee deebisee isinii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Tanaaf ati, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Ani gosa biyya adda addaa biyya isaan itti bittinnowane keessaa isaan wolitti qabee, deebisee fidee, lafa Israa'elii deebisee isaaniif hin kenna.