Ezekiel 11:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini garaa haareesafi qalbi hareeti worraa kenna. Anini garaa worraa jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laafa ka Waaqaa saalfatu kennafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Onnee tokko isaanii kenna; Hafuura haarawa isaan keessa kaaya; onnee akka dhaga'aa jabaatte isaan keessaa baasee onnee akka foonii laaftu isaanii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka isaan ijjumaa naaf addatamanu gadhaa addatamumma'aa isaaniif hin kenna; qalbii haareyalle isaan keessa hin keya. Gadhaa isaanii ka akka dhaka'aa isaan keessaa baasee, gadhaa isaanii ka foonii isaaniif hin kenna.