Ezekiel 11:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan nani jed'e, Namicha, jari kunini waan hamtu herege dira kana keesati mala hama namaa d'aa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ilma namaa! namoonni kunniin karoora badaa baafatan; qachattii tanatti waan hamaa mari'atan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Ee ilma namaa! Namooti kun qachaa kana keessatti worra karoora hamaa baafatuu fi worra gorsa hamaa gorsu.