Ezekiel 11:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra waan ch'eera hamtu gula deemu ingaargalcha, maro huji worraa hamtu sunitifi. Nami dubbi tana jed'e, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra onnee ufiitiin waaqolee tolfamaa battii nama jibbisiisu hordofan garuu akkuma hujii isaaniitiin isaanii kenna» jedha; ka waan kana dubbate Rabbii maraa oliiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra gadhaan isaanii waan batti'ii fi waan diqachiisaa gula deemu ammoo ani Goottaan Mootiin Waan Maraa akka hujii isaaniititti isaan hin adaba jedheera› jedhi» jedhe.