Ezekiel 11:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani wonti koola ka lubbu qaba kaani barifte, wonti miila gaari fakaata kaanileeni worruma woli yaati; ammalle ifsaani bibiliqu, ka aka AABBO Waaqi Israeli arti jiru garsiisu kaanileeni gubba waan suni jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Kiruubeelonni koola ufii badhisanii bararuu jalqaban; miilli akka miila korbo'oo isaan ladda jira; ulfinni Waaqa Israa'elii ka calanqisu isaan irra jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba dadi ol-gubba'aa ka koola qabanu sun koola ifii badhifatane; korbootille cinaa isaanii jiraniiyyu. Ulfinni Waaqa Israa'eliille isaaniin gubbaa jiraayyu.