Ezekiel 11:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ifsaani kaani dira keesaa bahe gaara diraani ilaboru d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ulfinni Rabbii ka calanqisu qachattii keessaa ka'ee gaara gara qachattiin gara baya biiftu'uu jiru irra dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinni Mootii Waan Maraa qachaa wodhakka'aa ka'ee, gaara qachaa irraa gara aduun baatu jiru gubbaa dhaabbate.