Ezekiel 11:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba daayya keesa lubbuuni AABBO Waaqa oli naa fuute, gara worra boojiani lafa Babiloni jiru kaani na deebifte. Daayyani taani nara banaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hafuurri ol na kaase; mudhata Hafuura Rabbiitiin kennameen gara worra baqatan ka Baabilooniin keessa jiruu na fide; achiin maayessa mudhanni ani arge ka'ee na irraa deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni ol na fuudhee, mudhii Ayyaana Waaqaatiin, gara worra booji'amee Baabilon keessa jiruu na geesse; achiin duuba mudhiin ani dhagge sun kaatee na irraa deente.