Ezekiel 11:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'u, Nu d'iotu ammalle mana jaarrana; diri kunini aka okote faara jira, nuleeni fooni isiini d'aabani fakaanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Hennaan deebinee manniin itti ijaarru fago'oo miti; qachattiin akka ottee foon itti affeelanii taatee nu garuu isii keessatti akka foon affeelamee taaneerra› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, ‹Yennaan nuuti mana ijaarru dhikaatteerti; qachaan kun okkote'e; nuutille akka foon okkotee keessa bulfatanuu ti› worra jedhu.