Ezekiel 11:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani dira kana keesati nama heddu fitt'ani, kara isaa keesa reefi namaa fulla ch'ufa guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa tana keessatti nama hedduu ajjeeftaniirtan; karaa isi'ii maraa reeffaan guuttaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin qachaa kana keessatti nama bacaa ijjeettaneertan. Karaa qachaa kanaa reeffaan guuttaneertan› jedhe.