Ezekiel 11:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani goraade d'eetani? Anini namaa goraadeeni d'ufe isani fit'u isaniti erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin woraana sodaattaniirtan; ani garuu woraana isinitti fida; ani Rabbi Gooftaan waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin shallaagaa sodaattaneertanii motii? Ani ammoo shallaagaa isinitti hin fida. Ani Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera.