Ezekiel 12:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini jara gugurda isa jala hojatufi makalafi jaallabootafi nama isa tissule gara ch'ufa firfirse nama worra fit'u iti erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra isatti dhiyaatee isa gorsuu fi worra isa eegu maraa karaa maraanuu isaan bittinneessa; ani duubaan guraade'een isaan ari'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Tajaajiltoota isaatii fi loltoota isaa ka adaala isaa jiranu mara gara mara hin bittinneessa; ani shallaagaa buqqifadhee duubaan isaan hin ari'a.