Ezekiel 12:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini gosa d'ibifi lafa d'ibileti worra firfirse, worri aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa worra Yihuudota hin taanee fi biyya gara garaa keessa isaan bittinneesse akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa ani gosa biyya adda addaatii fi biyya hedduu keessa isaan bittinneesse, isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan.