Ezekiel 12:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra nama diqa toko woraanafi beelafi d'ukuba jalaa baasa, aka worri fulla jiru suniti wollaala ufi arge aka anini AABBO Waaqa isaanii hubatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu isaan keessaa namoota hagoo woraana, beelaa fi balaa irraa akka hafan godha; akkaataa kanaan hennaa isaan banii gara garaa keessa jiraatan hujiin isaanii attamitti akka hamaa nama jibbisiisu ta'e hubatan; akka ani Rabbiin ta'ellee hin beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, addee dhaqanetti waan diqachiisaa hujane mara odduu gosa biyya adda addaatitti akka dhugaa bayanu, anille Mootii Waan Maraa akka te'e akka beekanu, ani isaan keessaa worra diqqaa shallaagaa, beelaa fi dhukkuba jalaa akka miliqanu hin godha» jedhe.