Ezekiel 12:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, yo wo nyaatufi yo woi d'uddule, mudami holad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! hennaa waa nyaattu sodaata'aa nyaadhu; hennaa waa dhuddullee sodaata'aa hollata'aa dhugi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Sheephisaa sagalee teeti nyaadhu; hollataa sodaataa bisaan keeti uni.