Ezekiel 12:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini gosa lafa tana keesa jirtu ch'ufaani jettu, waan worra Yerusalemu keesa tau AABBO Waaqi guddaani akana jed'a: Yo woi nyaatanifi yo wod'uganile mudamani holatani. Lafti worraa badde adaala taate, waan nami achi keesa tau suni ch'ufti hammaate aada d'aabeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii qachattii keessa jiraatanitti sababaa yakka namoota qachattii keessa jiraataniitiif lafti waan ona taatuuf isin nyaata keessan sodaata'aa nyaattan; hennaa bisaan dhuddanillee abdii kutata'aa dhuddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa lafa tanaatiin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Sababa hunnaan nama irratti ka'iisa worra isii keessa le'u maraatiin latti waan ontuuf, lafa Israa'elii worri Yerusaalem keessa le'u, sagalee ifii yaaddowaa hin nyaatan; bisaanille bararaqaa hin unan.