Ezekiel 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan nani jed'e, Namicha, atini gumi nati garagalte na diddeeni woliini teetani. Worri ila qaba, ammo woma inargu, gurralee inqaba, ammo woma ind'agayu; wonti akanatiifi worri nama wo didu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! ati banii dhibaa keessa jiraata'aarta; isaan worra dhibu waan ta'aniif uduu ija qaban hin argan; uduu gurra qaban hin dhagayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ati worra finqilaa odduu leeta; isaan worra finqilaa waan te'aneef, ila dhaggitu adoo qabanuu hin dhagganu; gurra dhage'u adoo qabanuu hin dhage'anu.