Ezekiel 12:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira amma tana nami keesa guute kana ch'ufa balleesani ona tolchani. Duuba akanaani aka anini AABBO Waaqa beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma qachoonni baniin keessa guutanii jiraatan maruu hin badan; biyyattiinillee ona taati; isaan hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beekan jedhiin»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti nami keessa jiru hin diigaman; lattille ona hin teeti; yennaa san isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan jedha› jedhi» jedhe.