Ezekiel 12:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, worri Israeli maanifi mammaasa kana — guyyaani indabra ammo himaansi inguutamu jed'e hojja ch'ufa mammakha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! mudhanni maruu uduu hin raawwatamne hennaan dheerate jedha'aa waan biyya Israa'eliitiif dubbatamu kun maali'ii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Jechi isin marroo lafa Israa'eliitiif, ‹Barri achi dheerateera; mudhiin takkaalle hin muummottu› jettanu kun maan inni?