Ezekiel 12:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma waan jettuuni, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Anini mammaasa kana imballeesa, aka nami deebie Israeli keesati imammaane. Ammo waan worraani jettu, Amma guyyaani ya gahe, ka mammaasileeni ch'ufti guutamu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu akkana isaaniin jedhi « Rabbiin maraa olii ‹mammaanni kun akka as irratti dhaabatu godha; lammata wonti kun Israa'eliin irratti hin dubbatamu; bikka san hennaan gayeera; dubbiin raagaa maruu raawwatamu'uuf ta'a› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ati isaaniin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Jechi kun akka hafu hin godha; isaan Israa'el keessatti haganaa achi akka fakkeennaatitti hin dubbatanu jedha› jedhiin; ati ammoo isaaniin, ‹Kunoo barri mudhiin marti muummottu dhikaateera› jedhiin.