Ezekiel 12:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Israeli keesa deebiani daayya d'ara inargani, yokhaani waan d'ara infagani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi banii Israa'elii keessatti mudhanni sobaa yookaan falfalli sirima hin jiraatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haganaa achi mudhiin dharaa yookiin moruun sossobiisaa kolbaa Israa'elii keessa hin jiraattu.