Ezekiel 12:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi guddaani, worraani dubbad'e jechi kiyyaleeni guutama. Worra woi didu kana, dubbini tunini amma inturtu, ato isani jirtanu wonti anini, intolcha jed'e, kunini guutamti. Nami dubbi tana jed'e, ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi qajeelchee dubbadha; wonti ani dubbadhu maruu uduu hin turre raawwatama; isin worri dhibdan waan isinitti fida jedhee isin seeree isinitti dubbadhe maraa bara jireenna keessaniititti akka raawwatamu godha» jedhe Rabbiin maraa olii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa waan te'eef, jecha dubbadhu hin dubbadha; jechi ani dubbadhe sunille dafee hin muummowa. Ee, isin worra finqilaa, waan dubbadhe maraa baruma keessan keessatti hin muummessa; ani Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera» jedhe.