Ezekiel 12:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan atini worraani jettu AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Amma wonti kunini deebite inturtu. Wonti anini jed'e, inuma guutamti. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan ani Rabbi isaaniin jedhu isaanitti himi; wonti ani dubbadhe maruu hin raawwatama; sirimaa hin turu; ka waan kana dubbate ana Rabbii maraa oliiti.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ati isaaniin, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa: Wonni ani dubbadhe marti hin teeti malee, haganaa achi hin turtu; ani Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera jedha› jedhiin» jedhe.