Ezekiel 12:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ato lafti guyyatu, aka waan baqaa deemtu, miha kanke wolti hid'ad'i, ka worri si argu. Ammalle galgala suni, yo atini aka baqaa deemtu, worri ha si argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nama baqatuu uduma isaan si argan meeshaa kee ka baqattuun qopheeffatta; uduma isaan si argan akkuma worri qabatan ta'an halkaniin isaan biraa bayii deemi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka nama booji'amee deemuu, adoo isaan dhagganuu guyya'aan meya keeti gad baafadhu; adoo isaan dhagganuu akka nama booji'amee deemuu galgalaan bayii deem.