Ezekiel 12:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri ha sii, miha kanke gurmu ira keeyate ila hid'ate dukana keesa, ka gara imbeenne deemtu, si argu, wonti atini taatu kunini akheekha worra Israeliti taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee dhaqa'aartu akka hin argine meeshaa kee gurmu'utti baadhadhuu fuulatti haguuggadhuu hennaa dukkana keessa deemtu si haa argani; ani worra Israa'eliitiif malkata si taasiseera» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo isaan dhagganuu meya keeti gurmu'utti kaafadhuutii, dimimmisaan ba'adhuu bayi. Ani Israa'elootaaf, beessisa waan si godheef, lafa akka hin dhaggine fuula keeti golladhuutii, dimimmisaan deemi» anaan jedhe.