Ezekiel 13:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagooti gumi tiyya sobde, Lafti nagaya jette, ka ufiftu nageenni injirre! Gumiini tiyya ya naabo laaftu jaarate, raagootileeni yayu d'ufte naabo suni booji adi ifsite mid'aasite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattonni kunniin worra hin amanamne ta'aniiran; uduu nageenni hin jirre ‹nagayatu jira› jedha'aa banii kiyya dogoggorsan; yoo baniin kaloo ijaaru isaan hallu'uu uwwiftan; hojjattoota dhaaba manaa ka jigu'uuf daaqe hallu'uun uwwisanii haarawoomsan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan nageenni adoo hin jiraatin, ‹Nageya› jedhaa kolbaa tiyya dokonkorsan; yennaa kolbaan dalleya dhaka'aa laafaa ijaarrattu, raagoti tun dalleya san jabaa fakkeessiisaaf halluu adii diban.